Galata qabanneerraa
Si waaqessuuf dhufnee jirra
Galata qabna Waaqayyoof

Yaarikoon jigee dura keenyaati
Gimbiichi cabee dabarre nuuti
Waan jennu hin dhabnuu
Galata qabna
Gooftaa guddaa kana ililleen ol ol qabna
Ilillee qabna Waaqayyoof

Galata baanee galataan galle
Gooftaa qabannee nuuti hin salfaanne
Harka abbuummaasaan nuun dura dabree
Nu gammachiisee galaana hiree
Galata qabna

Ho’oo galata jenna
Gaarri guddaan jigee
Kan nuun duraa
In caccabe
Kunoo har’a
Ho’oo galata jenna

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *