An gatii dhiigaatii kanaaf bu’aan qabaa
Mallattoo hoolichaan adda koorraa qabaa
Na durati ni baqaa diinni nan danda’uu
Ana irratti mo’eeraa hundaa inni danda’uu

Aboo kan mucummaa abbaa abbaa kan jedhu
Isatu naaf kenne kanaaf cal hin jedhuu
Maallattoon hoolichaa naaf dhaadannoo kootii
Afaan guuteen jedhaa Yesuus Gooftaa kootii

Harkakoon ballisaa boojuukoo saamuudhaaf
Mana diinotakoo ol galee onsuudhaaf
Gooftaa irraan kan ka’ee diinni nan danda’uu
Humna inni naaf ta’ee bara baraan ha mo’uu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *