Boollaa qilee keessaa nama baastaa
Ol fuutee gaara gubbaa nama dhaabda
Kan kee na dhibaa yesus jaalalli kee
Dachaa dachaan haata’u galanniikee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *