Elshadayiidha danda’aadha/3x
Maqaan isaa isa mo’e Waaqayyoodha/3x
Oh inni mootiidhaa mootii nagaadha abbaa gaariidha
Abbaa gaaridha Yesuus naafi/3x

An maaluman jedha jecha kamiinani Gooftaa koo ol qabaa
Guyyaadhaa guyyaattii kan inni naaf godhu baayyisee na dhiba
Abbaadha hin jedhu ani Yesuus abbaa caala nama tajaajila
Gaarummaa isaatiini naannoo koo buufatee ganamaaf galgalaa

Jaalala isaan arge akka namaa miti
Amala hin geeddaru
Sagalee dubbate inuma raawwata
Yaada isaa hin jijjiiru
Waaqayyoodhaam inni isa jedhe gaabbuuf
Akka namaa mitii
Kanaaf harrabni hunduu haa galateeffatuu
Baruma baraani

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *