Anoo of harkaa hin fixnee galatan qabaa
Gatii gochaasaatu narratti baayyatee galatan qaba
Hammanaa hin jedhu natti baayyatee galatan qaba
Sammuukoo caalee narratti wal ga’ee galatan qaba.

Ulfina haaraa galataa qaba
Ililillee haaraa galataa qaba

Aha
Jira ammasi galanni haaraan
Jira ammasi ulfinni haaraan
Jira ammasi galanni haaraan
Jira ammasi ilillee haaraan
Jira ammasi galanni haaraan
Jira ammasi ayyaanni haaraan

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *