Siifan qaba oh galata/3x
Ha marsuu iddoo ati jirtu
Ha marsuu teesso ati jirtu
Lubbuun koo si jaalataa

Ulfaadhu waqakoo ulfaadhuu yesuuskoo
na wajjinin taatee yommutti qofakoo
sinan ba’e galee waa tokko na hin miine
akeekni diina koo fiixaan hin baane goftaakoo fiixaan hin baane
na wajjin ta’eera gargaarsi abbummakee
dinnikoo kufeera haa ulfaatu mqaankee

Abdiin koo abdii jiraatadhaa
Waaqayyoo inni na waame jabaadhaa
Ofii na waamee ka’ee orma naaf hin abdatuu
Abbaa amanamaadha inni jechaa afaan isaatii kan raawwatuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *