Ganameefadhee galataan ba’aa
Fuula Waaqakoo 2x

Ulfina keetiif maaltu hin bitamuu
gaalanni qoora garri hin socho’aa
yommuu ati kaatu tulluun raafamee
Macci hundinuu gadi gadi jedhaa

Waan gaarii malee anaafoo yaada hamaa hin qabdu
Isa dubbatte waa’ee koo ati hin dagattu
Kanaafu hin dhiisu bara kooti an si waaqessuu
Ani mi’eefadhee argeera isa ati hojjettu

Siif ha baay’atu galanni koo siif ha baay’atu
Siif ha bay’attu ulfinni siif ha bayyattu
Siif ha baay’attu ililleen koo siif ha baay’atu
Siif ha bay’atu daddabalee siif ha baay’atu

Ani jedhee haalleluyyaa
Ani jedhee haalleluyyaa si waaqessa halkaniif guyyaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *