Isa jireenyi koo 2x
Yesuusiidha hundeen nagaa koo

Ol jedheen adeemaa nagaa guddaan qaba
Keessi koo sooressa dhimma maaliin qaba
Erga inni dhalatee keessa koo keessattii
Jechaan ol ta’eera nagaan keessa kootii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *