Galata afaan guuttadhee sin faarsa barii lafaa
Atoo anatti hin waakkannee kan kee kun maaf natti hafaa
Komannaa hin qabu sirraa fixadheera komii koo
Naaf taateen si argadhee jaallatamaa abbaayyee koo

Hundaa keessaa si filadheem Gooftaa
Hundaa keessaa si filadheem abbaa koo
Atis taatte argamte isa ol aanu
Wanta biraas hin hawwu baraanuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *