Yesuuse gargaarakoo…
Bara daa’immaa kooti kaasee
Amma dargaggummaatti waa’ee kee yommuun yaaduu
Baay’isee anaan na dhibaa
Abbaa caalaa naaf yaaddaa
Waa’ee koo in dhimmitaa
Na ururfachaa na fiddee asiin na geesseettaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *