Burqaani galata kootii baayyeedha kumaatama
Eebba koo lakkaa’ee hin fixu hedduu ta’ee natti argamaa
Waaqayyootu naaf ta’e abbaa nama cubbamaa
Diinni koo eessa dhaabatee jiraachuu kootiin mormaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *