Gochaa kee yemmuun yaadadhuu garaa kootu na raafama
Oolmaa kee baasee dubbachuuf tilmaama isaan dhabe dhuguma
Yaa’ee darbeera gaddi koo ana irraa akka galaanaa
Mararteen keef jaalalli kee anaaf ta’eera qabbana

Haalelluyya x6

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *