Oolmaa Waaqayyoo koo kanaa
Gatiisaa maaluma baasuu/3/
Bannaanoo nabarbadatee
Cabnaanoo nawallanatee
Gatiisaa maaluma baasuu /4/

Jirachuu fi hara’a ga’uun koo
Dandeetiikoon miti kanta’ee
Gargaarsaa fi araraasatin
Ani fayyee hidhaatii ba’e
Abidaa boba’u keessaa
Waqayotu baatee nabasee
Badisaa koo kan eeggataan
Diinitaakoo yellasisee

Waaqayyoo /2/ akka namaa mitii
Gaarii dhaa/2/ akka namaa mitiii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *