Si argachuun koo ya gooftaa waan hundumaa irra naaf caalaa
Si keessattan jireenya arge siin eenyuttan siin madaala
Gaarrummaan kan keen na quubsa ormatti hin baru danda’ee
Attamiitan si dagadha sitoo addanaan na ga’ee

Maal amma/3x inni jaalalli kee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *