Kotaa ni galateeffannaa

Tempo: —

Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Mooraa keessatti dhalate haalle-luuyyaa !
Ilmi Mootii guddaadhaa haallee-luuyyaa !

Kotaa…

Akka namaatti guddate haallee-luuyyaa !
Ogummaa abbaasaatiin haalle-luuyyaa !

Kotaa…

Qaraaniyootti aarsaa ta’e haallee-luuyyaa !
Du’a immoo mo’ee ka’e haallee-luuyyaa !

Kotaa…

CubbuuttiinuQulleessa haallee-luuyyaa !
Yoo amannee jiraanne haallee-luuyyaa !

Kotaa…

Isaa wajjin adeemna haallee-luuyyaa !
Waaqa irraa mana qabna haallee-luuyyaa !

Kotaa…

Submit correction

Suggest a lyrics or song-information correction below.