Transpose: -6Scale: CTempo: —
Waanan jedhee waanan dhiisun wallaale
Olmaakeetu baay’ee narra caale
Didee didee
Didee didee keessikoo dhiitata
Kanaaf jedheen siif fidee galata
Didee didee
Didee didee keessikoo dhiitata
Kanaaf jedheen siif fidee galata
Ho’u (fudhu galata)
Ho’u (fudhu galata)
Ho’u (fudhu galata)
Ho’u (fudhu galata)
Warri dirree gamaa warri gamanaasi
Galata fidanii haa dhufan ammasi
Warri dirree gamaa warri gamanaasi
Galata fidanii haa dhufan ammasi
Itti haa dabalamu inni ankoommo tolee
Faarsee narraa gala jennaan natti caale
Itti haa dabalamu inni ankoomoo tolee
Faarsee narraa gala jennaan natti caale
(Ammaa ammaa) guddummaakeen hima
(Ammaa ammaa) arjummaakeen hima
(Ammaa ammaa) siiwajjin deemee
(Ammaa ammaa) an maafan miidhima
(Ammaa ammaa) guddummaakeen hima
(Ammaa ammaa) arjummaakeen hima
(Ammaa ammaa) siiwajjin deemee
(Ammaa ammaa) an maafan miidhima

Submit correction