Gooftaa natti tolta/2x
Lubbuun koo baayyisee guddisee si jaallaata
Kan sitti baqate jireenya argata
Da’oo siin godhatee nagaadhaan jiraata
Jireenyi si waliin ba’aan isaa salphataa
Gooftaa galatoomi anaaf naa taateetta

Masaraa isaa jabaa
Hirkoo koo isaa gudda
naaf taateta naafoo si jalaan dhokadha
xiyyi dinaa kooti na jal dadarba
sitti gammadeera baayyee natti tolta

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *