Nagaan si bira jira boqonnaan si bira jira 2x
Eessan dhaqa eessan dhaqa si biraa 4x
Ol galee gadi ba’ee an kanan waaqefadhuu
Qabeenyaa dhuunfaa kootii kanan mararsiifadhu
Simalee maalan qaba michuu dhugaa amanamaa
Si malee maalan qaba isa dhumaa kan jalqabaa
Maqaa isaan ol ol qaba

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *