Araarri kee ana irratti jabaa dha gooftaa koo
Kanaaf banamee si faarfata afaan koo

Dadhabee jedhee yommuun sodaadhe nan gannee
Darbannaa diinaattis dabarsee nan laannee
Na mararsiifataa, naaf qaba jaalalaa
Akka Gooftaa kootiitti eenyutu na ilaalaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *