Du’i sin beekuu dullumni (gonkumaani)x2
Umuriikee inni lakkaa’u (eenyuma inni)X2
Maalinan si qixxeessa inni ture kaleessaa
Har’a iddoo isaa gad dhisaa
(Kanaafan si weeddisaa)x4

Yommuu baroonni baroottati wal laatu
Fuulakee irraa takkaa siin dullumni hin mul’atu
(Fuullikee haaraadha har’a iyyu fuuliikee) x4

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *