Eenyu(2) kan akka Waaqayyoo (3) /2/
Ha ta’u isaafii galanni
Ulfinni hundumtuu kansaati
Hin sagannaafi Mootii keenyaaf
Ha eebbifamu Maqaansaa oho baraa hamma baraattii

Olmaa Waaqayyoo yemmuun yaaduu
Waanan jedhu hin qabu (3)

Ol ol ha jedhu Waaqayyoo
Ol ol ha jedhu Abbaan
Ol ol ha jedhu Mootiin
Ol ol ha jedhu bara baraanii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *