Fagooti natti mul’attee jaalalaan na qabdee
Jaalala isa dhugaatiin anaan fayyifattee
Araara kee isa guddaa dubbatti afaan koo
Isa ishee ulfeesseef sagaddii lubbuun koo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *