Si’oolii hiixatee na fuudhem harkikee
boolla du’aa kessaa
Iddoo hoomtuu hinjirree firri nan gaafanne
jireenya fokkisaa
Oolman kee baayyate wal ga’ee narratti
kam himeen kam dhiisaa
Maqaa kee maal jedhe yoon maal jedhee
garaan kooo na ciisaa

Abbaa jedhee si waamuuf
abbaa caaltee argamte
Haadha jedhee si waamuuf
haadhas caaltee argamte
Kan kee maalan jedha /x3
Yesuus sin jaaladha

Aha ha ha michuukoo ganama
Aha ha ha abdiikoo isaa dhumaa
Aha ha ha sirratan biqile
Aha ha ha hin fedhuu si malee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *