Oolmaa hin irraanfatamnee kan garaa keessaa hin badne
Oh anaaf oolteettaa ilma kee anaaf laatteetta
Oh anaaf oolteettaa si’olii na baafateetta

Oolmaa kee yaadachaan jiraadha ani yeroo hundumaa
Qaraniyoo irratti isa ati goote isa ati naaf raawwatte
Aarsaa ta’ee fedhiin koo ha cabu fuula kee duratti
Ati mo’iitii naaf jiraadhu jireenya koo irratti

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *