Sittan siiqaa anoo si faanan deema
Jaalalee koo gad jedheen siif bitama
Kan na baasuu si filaadheraam anii
Gad sindhisuu sin jijiru hoomani

Sitti Maxxanee si wajjin jiradhee ulfinaa argadhee
Gammachuf nagaan keessa koo guutee sittan boqodhee
Natti agarsiste fuulaa araarakee atoo gaaruuma
Filanoo kooti si faarfachuuni bara hunduma
Sifan bitama

Siin waqeessaa harka koo ol kafadhee
Jaalalee koo sittan araa galfadhe

Hamaan nan argaatu sinan eegamaa
Baruunkee nan buusne sinan batama
Keessakoo jirta
Na dhunfateta
Baarbadee sindhabneem anii na marsiteta

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *