Hafuura qulqulluu kottu ana irratti bu’iiDheebuu lubbuu kootii hawwii koo ilaaaliSiif in danda’amaa laphee koo jijjiirii/Jaalala isa dhugaa na keessatti uumi/2x
Haalleeluyyaa Gooftaa Yesus nuu du’eera Haalleeluyyaa Gooftaa Yesus nuu du'eeraHaalleeluyyaa gatiin cubbuu nurraa ka'eeraHaalleeluyyaa funyoon cubuu nurraa citeeraHalleeluyyaa nu kunoo luba baaneerra Dhiiga isaa dhangalaasee… Continue Reading
Hundumaa kan caalu ati Waaqa sodaadhu Hundumaa kan caalu ati Waaqa sodaadhuIsaafis kufii sagadi jilba kee laadhuInoo sii kenna jireenya kan bara-baraGadi jedhii harkaa fudhadhu eeba… Continue Reading
Buufannee yommuu teenye Buufannee yommuu teenye laga BaabyiloonWeedduu ishee yaadanne biyyattii TsiyoonKiraara koo qilxuutti rarraaseTaa'een boo'e imimmaan lolaaseGaddineerra teenyee biyya ormaa Angafni faarsituu… Continue Reading