Utuman irraanfadhee iyyuu Yesuus sin irraanfadhu Seenaa ati naaf hojjettee laphee koo keessaa hin badu Utuu ati anaaf hin dhufnee gaaddidduun koo iyyuu hin jiru Kan har’aa irra iyyuu darbee naaf taate abdii boruu
Iyesuus Kiristoos kaleessas har’as amma baraa baraattiHin geeddaramtu hin jijjiramtuu Sanumaa ati sumaa x8 Barri dhufee darbus amanamummaa kee(Sanumaa ati…