Utuman irraanfadhee iyyuu Yesuus sin irraanfadhu
Seenaa ati naaf hojjettee laphee koo keessaa hin badu
Utuu ati anaaf hin dhufnee gaaddidduun koo iyyuu hin jiru
Kan har’aa irra iyyuu darbee naaf taate abdii boruu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *