Jaalalli Kristoos keessa koo gubeetu gubeetu na waadaa (2)
Akka inni na godhuu beekee hin dubbataadhu kansaa kunoo addaa (2)
Iyyi naan jedhaa iyyees hin quufuu
faarsi naan jedha faarsees hin quufuu (2)
Bara rakkinaa na jaallannaan bara rakkinaa
Bara dhiphinaa na jaallannaan bara dhiphinaa
Irraanfachuun dadhabee kan Yesuus kanaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *