Gochaa kee himee hin fixuu Yesuus koo/Gochaa kee himee hin fixuu aniiGochaa kee himee hin fixu Yemmuttii inni na geggeessu ofi irrattin arge harka kee/2xNagaadhaanin ba’ee gala Gooftaa koo siin of kale/2x
Iyesuus Kiristoos kaleessas har’as Iyesuus Kiristoos kaleessas har’as amma baraa baraattiHin geeddaramtu hin jijjiramtuu Sanumaa ati sumaa x8 Barri dhufee darbus amanamummaa kee(Sanumaa ati… Continue Reading
Didewuman Si Galateeffadha Mo'ichaa isa naaf kennuuna harkaa dha'ee galata koonagungumsiisuuf dinnina lakkoofsisuuf hir'uu kooAni didewuman si galateeffadhaati gaarii dhadidewuman si galateeffadhaati gaarii… Continue Reading
Jaalala kee faarsee hinquufuu (Haala namarseerraa) Haala namarseerraa yeroon ol kaasuu qalbii kooGarakee yeroon ilaalu naa haareffama abdiin kooLubbuun koos gammaddi boqottiim jaalalakeetiinMichuukoorraa hoomtuu gargar nan… Continue Reading