Iyesuus ×2
Ganamas sin waamaa
Galgalas sin waamaa
An si waamee hin quufuu gonkumaa

Gaaffiitti baayyataa guutee guutuu biyyi lafaa
Baqee baduuf jiraa miidhaginni isas ni hafaa
Haala hin ilaaluu foonkoo dhaga’uu
Siifan hojjedhaa sifan bitamaa sifan ergamaa
Waamtee nan dhabiin qajeelfama keef nan abboomamaa

Boddee koon ilaaluu fannoo koo baadheen si duukaan deema
Isati naaf ilaaltee ulfina baraa baraa Qabachuufan aggaama
Mijaate hammates hirruunkoon lakkaa’uu Si waaqessuu hin dhiisuu
Guyyaa keetti dhuftee hundaa gaarii gootaa Maaliree kan na raasuu

Haalleluyyaa natti dhiyoo jirtaa
Haalleluyyaa al tokkof nan buuftuu na baattaa
Haalleluyyaa hiika jireenyakoo
Haalleluyyaa akka galaana gootee nagaakoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *