Yesuus koo michuu garaa koo
Naaf jettee fakkaattee gowwaa
Lubbuukoo olchuudhaaf na barbaacha buute bowwaa
Attamiinan dhufaa (2x)
Fuula kee
Galata malee harkaa duwwaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *