Toleetu naaf bareedeemi innan abdii itti kute
Wareegaan basuun qaba ani
Galaannikee na guutee

Burqaan eebbaa dho’ee naaf gadhiifamera
Gad jedhee hin adeemu inni na dhiphisuu (narra dhidhimeera)2x
Hammam yoo miidhame namni kakuu hin badu
An siinaan jiraadhe siin maltuu hin darbamne (galataa koo fudhu) 2x

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *