Natti badee hin beekuu siin maaltuu naa hin taane
Ari’ataan koo utumanni jiruu an hoomaa hin taane
Nan arganne ini salphisuu ini haamani
Ofkoleera fiixaan ba’eera gooftaakoo ani

Kan akka kee naaf oole hin jiru oolmaa
Kan akka kee naaf hojjete hin jiru

Oolmaa keef galatan qaba oolmaakeefi ×4

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *