Suuta jettee deemta eenyuun hin durfamtuu
Dhugaaf kan dhaabatu an si malee hin beeku Gooftaa si haa galatuu

Isan dhaga’e ija kootiin argeeni
Waaqni dhugaan sidha jedhee amaneeni
Si kabajuuf galata siif fide anI

Ani maaliinan baasa gatii kee/4x
Ani maaliinan baasa gatii kee
Ani maaliinan baasa

Sagaleen kee boola keessaa
Nama baasa achi keessaa
Eenyuutu amanee qaana’ee
Anaano kanaan na ga’ee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *