Maddi isaa si keessa seenaan lubbuu koo
Kan keettan waamama kan Waaqayyoo koo
Orma maalan beekaa si’I fo’annaan koo
Seenaan koo kan keetii argamteetti urjiin koo
Dhufti koo fagoo fagoo an kanaaf hin yaadamnee
Argun isaa ajaa’iba inni gurra naaf kenne
Guyyaan koo oolmaa gaarii galgalli koo miidhagaa
Harka kee irratti of gatee nan lalisa nan marga

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *