Of harkaa hin fixne galatan qaba Wantan siin jedhu maalifan dhaba Hunkuteessitee maree diina koo Na duraa kufe gaarri Iyyaariko Siin ha galatu/3x Gooftaa Dadhabe hin jedhu afaan koo yeroo hundumaa faarfataa
Bishaan kattaa keessaa futtaafachiiftaawaan hin jirree gara jiraatti waamtalafee lafa onaa lubbuu ni deebiftaamilluu kee tokkittin dachee rommisiiftaa Eyyee eyyee…