Yoo mijatee mijaa’uu baatee
Hennaa guutee hirruun baayyatu
Innan yaade yoo ta’uu baatee
Ani waaqayyoon waaqessuu hin dhiisuu

Leave a Reply

Your email address will not be published.