Sirrattii ijaaramee mannikoo
Nagaa argadheeraa waaqakoo
Kooluu siittii galee uumaakoo
Boqonnaa argadheera yesuuskoo

Ati nagaa kooti mootii nagaa ×4
Mootii nagaa ×2 mootii nagadha maqaankee mootii nagaa
Fayisaa koo burqaa nagaakoo
Abbaa oolmaakoo jireenyakoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *