Arjummaan Waaqayyoo hamma bantii waaqaa
Badhaadhummaan isaas baayyee hammam ol fagaata
Waaqayyo gaariidhaa guyyaa gidiraatti
Golga amansiisaa iddoo itti baqannaati

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *