Ani eenyu Gooftaa
Mannikoos maali
Kan na ulfeessite
Ulfina naaf laatte
Yaadannoon qaba/4x
Hin irraanfadhuum anoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *