Cal hin jennu si waaqeffannaa
Gaarummaa kee Gooftaa argineerra
Halkan guyyaa utuu hin nuffin
Si faarfannaa ati Waaqa keenya

Isin warri dadhaboon ba’aan isinitti ulfaate
Gara koo kottaa nuun jette boqonnaa nuuf laatte
Jaalalli kee nu dinqisiisee
Araarri kee garaa nu raase
Dhaabbanneera si waaqefachuuf
Tola keetiif galata galchuuf

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *