Dilbii koo kuusaa koo amanamaa
Jilba koo humna koo Isa ganamaa
Naaf geesseetta dafqitee qooda koo
Gara irraa aansiteetta iddoo koo

Ah rakkadhus bal’adhus ani kan Keetii
Ah ati anaaf harka koo isa mirgaati
Ah eenyu anaaf hin dhaabatu iddoo kee
Ah hundumaadha ati anaaf kophaa kee

Hundumaadha ati anaaf kophaa kee…

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *