Fira nama hin gannee kan nama hin daggannee/ Kan akka Yesuus takkumaa hin agarree/2x Kanaafan waaqessa waaqicha ogeessa Isaanan oole oh boolla du’aa keessaa
Maal akkamittiin dagatuuAkkamiin irraanfatamaaGaarummaan ati naaf gooteeGargaarsi bara ijoollummaaNa keessaa hin baduu matumaaHin dagatamuu matumaaNa keessaa hin baduu matumaa Olmaa…
Si qabaachuun si wajjiin jiraachuuniiAkkam gaariidhaa fooliikeen wal baruuniiGooftaa koo sit na keessa jiraataaHafuurrii kee lubbuu koof nagaa laataa Nagaan…