Jaalallikee na dhibee ananii ohoo callise callisee
Eewuu akki kee ya uumaa uumamaa
Ulfinni siifi harrasii ×4
Kabajii siifi harrasii×4

Jechootan duwwaa mitii jaalallikee
Isa jedhan duwwaa mitii jaalallikee
Iyyesus eewuu akka kee
Ati naaf laattee ofii kee
Iyyesus eewuu akka kee
Ati naaf laatte lubbukee

Gooftaakoo eenyuu akki kee
Iyyeesus adda kan kee
Umamaa fi kunuunsaan kee
Iyyeesus adda kan kee
Abbaakoo eenyuu akki kee
Iyyeesus adda kan kee
Dhalootaf kunuunsaan kee
Iyyeesus adda kan kee

Maaltu sin gitaa Maaltu sin ibsaree
Beekumsa addunyaafi Beekaan yoo wal furee
Akki kee eewutu argamee Kan dhaloonni ittin furame

Sin haa kabaju galanni koo×4
Ol ol sihaa qabu galanni koo×4

Qulqulluu mudaa hin qabnee
Hoomaatiin hin komaatamnee
Abbaa sirrii qajeelaa
Siin alaa ulfinni eewuuf malaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *