Michuu bara rakkinaa
Hiriyee koo lafa onaa
Yesuus koo situ anaaf ta’ee
Lafa onaat iddoo boqonnaa

Maal sii laadha ani gochaa keef
Maal sii laadha ani oolmaa keef
Ho’u fudhu galata/2x kun sitti xinnaata
Fudhu galata koo/2x kana qabeenyi koo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *