Inni turee inni jiru darbee inni jiraatuu
Si duwwaadha aalfaa omeegaan
Maqaan kee ha ulfaatu

Ulfaadhun siin jedha daddabalee
Maqaa keen ulfeessa hamma malee
Galata afaan koo sitti hin waakadhu
Gooftaa Yesuus ulfaadhu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *