Karaatti hafe yaadni diinni qopheesse
Gooftaa situ fashaleesse
Na dhaabdeetta ol baaftee gaara gubbaa
Siifan laadha hooqubaa

Yoom maal jedhe si quubsuu nan wal’aale
Oolmaa keetu qabeenya koo irra caale
Silaa hin feetu atoo warqeedhaaf meetii
Siifan laadha galanni ulfinni kan keeti

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *