Odeessee hin fixuu gochaa kee/2x
Galanni ha naanna’u teessoo kee
Ulfinni ha naanna’u teessoo kee

Hojii gaarii gooftaan keessa kootti jalqabe
Diina inaafsisa dibataan na dibee
Na muudeera gooftaan muccaa egaa diinni koo maalumaaf baaca
Boris taanaan ulfinatu na eega naan jedheera bal’ifadu daangaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *