Atii anaaf dhuftee iyesuus anaaf dhuuftee
Ati anaaf dhuftee gaabi gootee bubbee natti hammate
Ati anaaf dhuftee iyesuus anaaf dhuuftee
Ati anaaf dhuftee dukkana keessaa ifatti na baaftee

Kaanaaf nagaankoo guutuudhaa ×4
Ati waan na wajjin jirtuuf ani nagaadha

Nagaa×4 Mana ati jirtuu hunduu nagaa.
Fayyaa×4 Gola ati jirtuu hunduu fayyaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *